Ashaaraa magariisaa bara kanaaf biqiltuuwwan biiliyoona 4.9 qopheessuuf hojjetamaa jira – BQO
Finfinnee, Guraandhala 1, 2015 (FBC) –Sagantaa Ashaaraa magariisaa bara kanaaf biqiltuuwwan gosa adda adda biiliyoona 4.9 qopheessuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksisee.…