Mootummaan nageenya uummataa kabachiisuuf yeroo kamiyyuu caalaa xiyyeeffannoon hojjechaa jira-BKO
Finfinnee, Amajjii 16, 2015 (FBC) –Mootummaan nageenya uummataa kabachiisuuf yeroo kamiyyuu caalaa xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa ibse.
Biirichi marii…