Ispoortii Dorgommiin Chaan har’aa ni eegala Sifen Megersa Jan 13, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2015 (FBC) – Dorgommiin Shaampiyoonaa Kubbaa Miilaa Biyyoota Afrikaa 7ffaan har’a Aljeeriyaatti ni eegalama. Dorgommii kanarratti biyyoonni Afrikaa 17 kan hirmaatan…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan jila hoggantoota Liigii Musiliimoota Idil Addunyaa waliin mari’atan Sifen Megersa Jan 13, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2015 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministira Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin jila hoggantoota Liigii Musiliimoota Idil Addunyaa waliin mari'ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Ergamni Komishinii Maree biyyaalessaa akka milkaa’u hoggantoonni Miisiyoonootaa qooda isaanii… Sifen Megersa Jan 12, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2015 (FBC) - Ergamni Komishinii Maree biyyaalessaa akka milkaa'u hoggantoonni Miisiyoonootaa qooda isaanii akka ba'an waamichi dhiyaatera. Leenjii hoggantoota…
Oduu biyya keessaa Liigiin Musiliimoota Idil Addunyaa hoggantoota Ministeera Nageenyaa waliin mari’ate Sifen Megersa Jan 12, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2015 (FBC) - Qindeessummaa Pireezidaantii Dhimmoota Islaamumnaa Waliigalaa Ityoophiyaa Sheek Hajii Ibraahiim Tufaan Liigiin Musiliimoota Idil Addunyaa hoggantoota…
Ispoortii Sochiin “mass sport” guyyaa boruu akka Oromiyaatti ni gaggeeffama Sifen Megersa Jan 12, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2015 (FBC) – Sochiin "mass sport" akka Oromiyaatti namoota miiliyoona 1 ol hirmaachisu guyyaa boruu kan gaggeeffamu ta’uu Biiroon Dhimma Dargaggoo fi Ispoortii…
Oduu biyya keessaa Embaasichi lammiilee Ityoophiyaa 200 karaa seeraan alaa Afrikaa Kibbaatti imaluuf turan gara biyyaa… Sifen Megersa Jan 12, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2015 (FBC) – Keeniyaatti Embaasiin Ityoophiyaa lammiilee Ityoophiyaa 200 daangaa Keeniyaa ce’uun karaa seeraan alaa gara Afrikaa Kibbaa imalauuf turan gara biyyaa…
Oduu biyya keessaa Jilli Ambaasaaddar Tireesii An Jaakoobsaniin durfamu Magaalaa Jimmaa gale Sifen Megersa Jan 12, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2015 (FBC) – Jilli Ityoophiyaatti Dhimma Raawwachiiftuu Ameerikaa Ambaasaaddar Tireesii An Jaakoobsaniin durfamu Magaalaa Jimmaa galeera. Jilichi wayita Buufata…
Oduu biyya keessaa Dhaabbata teeknooloojii ammayyaa fi humna namaa gahumsa amansiisaa ta’e qabu ijaaraa jirra –… Sifen Megersa Jan 12, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2015 (FBC) – Dhaabbata teeknooloojii ammayyaa fi humna namaa gahumsa amansiisaa ta’e qabu ijaaraa jirra jedhan Ajajaa Olaanaan Humna Qilleensaa Letanaal Jeneraal Yilmaa…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Ministiroota Alaa Faransaayii fi Jarman waliin mari’atan Sifen Megersa Jan 12, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ministira Dhimma Alaa fi Awurooppaa Faransaay Kaatiriin Koloniinaa fi Ministira Dhimma Alaa Federaalaa Jarman Anaaleenaa…
Oduu biyya keessaa Dubartoota saayinsii fi teeknooloojiin gahoomsuu qabna- Pireezidaanti Shimallis Sifen Megersa Jan 12, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2015 (FBC) – Dubartoota utubaa hawaasaa ta’an barnootaan cimsuun saayinsii fi teeknooloojiin gahoomsuu qabna jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo…