Fayyaa Oromiyatti Duulli Talaallii dhibee Gifiraa eegalame Sifen Megersa Dec 30, 2022 0 Finfinnee, Mudde 21, 2015 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti duulli talaallii dhibee gifiraa hanga Muddee 29, 2015 laatamu har'a eegalameera. Haaluma kanaan Godina Harargee Bahaatti Daa'imman…
Biiznasii Horiin dhaabbii fi Jimaan karaa seeraan alaa biyyaa ba’uuf turan to’ataman Sifen Megersa Dec 30, 2022 0 Finfinnee, Mudde 21, 2015 (FBC) - Sirna Gumrukaan ala Horiin dhaabbii fi Jimaa Jiidhaan karaa seeraan alaa biyyaa ba’uuf ture Birrii miiliyoona 63 olitti tilmaamamu to’atamuu Komishiniin…
Oduu biyya keessaa Doolaarri seeraan ala socho’aa ture kumni 248 fi 300 to’atame Sifen Megersa Dec 29, 2022 0 Finfinnee, Mudde 20, 2015 (FBC) - Doolaarri seeraan ala konkolaataa mana tokko keessa dhofkamuun socho'aa ture kumni 248 fi 300 to'atameera. Maallaqni kun Finfinnee ka'uun karaa Harargee…
Ispoortii Fiigichi qaxxaamura biyyaa idil Addunyaa Horufa Boombii Dilbata dhufu Sulultaatti ni fiigama Sifen Megersa Dec 29, 2022 0 Finfinnee, Mudde 20, 2015 (FBC) - Fiigichi Qaxxaamura biyyaa idil Addunyaa Horufa Boombii 40ffaan Dilbata dhufu magaalaa Sulultaatti kan fiigamu ta’uu Federeeshiniin Atleetiksii Ityoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Aanaa Dubuluqitti balaa konkolaataa mudateen lubbuun daa’imman lamaa darbe Sifen Megersa Dec 29, 2022 0 Finfinnee, Mudde 20, 2015 (FBC) - Godina Booranaa Aanaa Dubuluqitti balaa konkolaataa mudateen lubbuun daa’imman 2 darbuu Waajjirri Poolisii Aanichaa beeksise. Balaa kanaan lubbuun…
Oduu biyya keessaa FBC fi Inistiityuutiin Artefishaalii Intalajansiin waliin hojjechuuf waliigalan Sifen Megersa Dec 29, 2022 0 Finfinnee, Mudde 20, 2015 (FBC) - Faanaa Biroodkaastiing Korporeetii fi Inistiityuutiin Artefishaalii Intalajansiin waloon hojjechuuf waliigaltee mallatteessan. Dhaabbileen lamaan…
Ispoortii Shaampiyoonaan Ispoortii Aadaa aanaalee Godina Jimmaa guyyoota 8’f gaggeeffamaa ture xumurame Sifen Megersa Dec 29, 2022 0 Finfinnee, Mudde 20, 2015 (FBC) - Shaampiyoonaan Ispoortii Aadaa Aanaalee Godina Jimmaa magaalaa Jimmaatti gaggeeffamaa ture olaantummaa Aanaa Nadhii Gibeen xumurameera. Shaampiyoonaa…
Oduu biyya keessaa Barreessaa olaanaan IGAD Dooktar Warqinaa Gabayyoon Maqalee galan Sifen Megersa Dec 29, 2022 0 Finfinnee, Mudde 20, 2015 (FBC) - Barreessaa olaanaan Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa Dooktar Warqinaa Gabayyoon magaalaa Maqalee galan. Dooktar Warqinaan, waliigaltee nageenyaa…
Biiznasii Baankiin Oromiyaa fi Manni Marichaa tajaajila baankii dhalarraa bilisaa bal’isuuf walii galan Sifen Megersa Dec 29, 2022 0 Finfinnee, Mudde 20, 2015 (FBC) - Baankiin Oromiyaa fi Manni Maree waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Ityoophiyaa tajaajila baankii dhalarraa bilisaa babal’isuuf waliigaltee mallatteessaniiru.…
Oduu biyya keessaa Namoonni dhuunfaan waraqaa eenyummaa sobaa qopheessuun gurguraa turan to’ataman Sifen Megersa Dec 29, 2022 0 Finfinnee, Mudde 20, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti namoonni dhuunfaan waraqaa eenyummaa sobaa qopheessuun gurguraa turan 3 to’atamuu Poolisii Magaalaa Finfinnee beeksiise. Namoonni…