Yakkamtoonni hojjettuu manaa guddattuu umrii waggaa 12 ajjeessan adabbii cimaa waggaa 25 adabaman
Finfinnee, Mudde 10, 2015 (FBC) – Yakkamtoonni hojjettuu manaa guddattuu umrii waggaa 12 ajjeesuun wayita dhoksanii awwaaluuf jedhan to’ataman adabbii cimaa waggaa 25 adabamaniiru.…