Hoggantoonni Waldaa Qaxxaamura Diimaa Ityoophiyaa hoggantoota Raayyaa Ittisaa waliin mari’atan
Finfinnee, Mudde 1, 2015 (FBC) – Hoggantoonni Waldaa Qaxxaamura Diimaa Ityoophiyaa,hoggantoota Raayyaa Ittisaa FDRI waliin mari'ataniiru.
Dhaabbileen lamaan bu'uura qajeeltoowwan idil…