Jilli Obbo Geetuun durfamu Aanaa Haroomayaatti hojiiwwan qabeenya uumamaa daawwate
Finfinnee, Sadaasa 28, 2015 (FBC) – Jilli Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun durfamu Godina Harargee Bahaa Aanaa Haroomayaatti hojiiwwan qabeenya uumamaa daawwateera.…