Konfirensiin misoomaa fi nageenyaa ummata Oromoo fi Somaalee gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Godina Baaleetti Konfirensii misoomaa fi nageenyaa ummata Oromoo fi Somaalee gaggeeffameera.
Obbolummaa seenaa bara dheeraa hawaasni Oromoo fi Somaalee…