Oduu biyya keessaa Sirni Carraa baasuu manneen waliin jireenyaa raawwatame Sifen Megersa Nov 15, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2015 (FBC) – Sirni Carraa baasuu manneen waliin jireenyaa magaalaa Finfinnee raawwatameera. Sababa yakka waliin dhahuu raawwatameen haqamee kan ture sirni carraa…
Oduu biyya keessaa Hojmaata badaa maksuun fayyadamummaa haqa qabeessa mirkaneessuuf waloon hojjechuu qabna – Aadde… Sifen Megersa Nov 15, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2015 (FBC) – Hojmaata badaa maksuun fayyadamummaa haqa qabeessa mirkaneessuuf waloon hojjechuu qabna jedhan Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanachi Abeebeen.…
Oduu biyya keessaa Waliigaltee nageenya taasiifame hordofee lammiileen gammachuu guddaa keessa jiru – Raayyaa… Sifen Megersa Nov 15, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2015 (FBC) – Raayyaan Ittisaa biyyaa waligaltee Nageenyaa Mootuummaa fi ABUT gidduutti taasifame ilaalchisee bakka buutoota Raayyaa Ittisaa biyyoota garagaraaraaf ibsa…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad gaaffiilee dameewwan garaagarratti ka’aniif deebii laataniiru Sifen Megersa Nov 15, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad gaaffilee dameewwan garaagaraarratti miseensota Mana Maree bakka bu’oota ummataarraa ka’aniif deebii laataniiru.…
Uncategorized MM FDRI Abiy Ahimad gaaffilee Miseensota Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataarraa dhiyaateef dhimma… Sifen Megersa Nov 15, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 6, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad gaaffilee Miseensota Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataarraa dhiyaateef dhimma Diinagdeerratti deebii laachaa jiru.…
Oduu biyya keessaa Koreen Qaxxaamura Diimaa Idil addunyaa lammiilee kuma 42f deeggarsa taasise Sifen Megersa Nov 14, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 5, 2015 (FBC) – Koreen Qaxxaamura Diimaa Idil addunyaa Godina Waaghumraatti lammiilee kuma 42f deeggarsa midhaan nyaataa fi meeshaalee nyaataan alaa taasisuu beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Ityoophiyaa haleellaa Istaambuliitti raawwatameen miidhaa qaqqabeef gaddi itti dhaga’amuu… Sifen Megersa Nov 14, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 5, 2015 (FBC) – Dhohiinsa gidduugala Istaambuliitti qaqqabeen miidhaa ga’eef gaddi itti dhaga’amuu Ministeerri Dhimma Alaa FDRI ibsa baaseen eereera. Dhohiinsa qaqqabe…
Idil Addunyaa Moozaambiik yeroo jalqabaaf gaazii Uumamaa Biriitaaniyaatti ergite Sifen Megersa Nov 14, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 5, 2015 (FBC) – Moozaambiik yeroo jalqabaaf Gaazii Uumamaa Biriitaaniyaatti erguu himame. Moozaambiik har’a yeroo jalqabaaf Gaazii uumamaa alatti arguun seenaa addunyaa…
Oduu biyya keessaa Jilli Tajaajila Nageenya Biyyaalessaa Keeniyaa BOBI daawwate Sifen Megersa Nov 14, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 5, 2015 (FBC) – Jilli Daayrektara Tajaajila Odeeffannoo Biyyaalessaa Keeniyaa Dooktar Saayifuu Saaliim Sulayimaaniin durfamu Bulchiinsa Odeeffannoo Biyyaalessaa…
Oduu biyya keessaa Tajaajila si’ataa, qulqulluufi haqa qabeessa argachuun mirga lammiileeti – BKMNO Sifen Megersa Nov 14, 2022 0 Finfinnee, Sadaas 5, 2015 (FBC) – Biiroon Kominikeeshinii Mootummaa Naannoo Oromiyaa haala yeroo ilaalchisee ibsa laateera. Tajaajila si'ataa, qulqulluufi haqa qabeessa argachuun mirga…