Meeshaaleen Teeknooloojii Qonnaa kumni 398 qaraxarraa bilisaan galan -Ministeera Qonnaa
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2015 (FBC) - Meeshaaleen Teeknoolojii qonnaa kumni dhibbi 3 fi Kumni 98 qaraxaa fi Taaksiirraa bilisaan galuu Ministeerri Qonnaa beeksiseera.
Tattaaffii wabii…