Godina Jimmaatti kutaaleen hawaasaa garaagaraa Raayyaa Ittisaaf dhiiga arjooman
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2015 (FBC) – Godina Jimmaatti kutaaleen hawaasaa garaagaraa mata duree "dhiigakoo raayyaa ittisa biyyaaf" jedhuun Raayyaa Ittisaaf dhiiga arjoomaniiru.…