Oduu biyya keessaa Manni marichaa wixineewwan labsii 3 koree dhaabbiif qajeelche Sifen Megersa Oct 20, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2015 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa wixinee labsii Waraqaa Eenyummaa Diijitaalaa dabalatee wixineewwan labsii 3 koree dhaabbiif qajeelcheera.…
Oduu biyya keessaa Magaalaan Finfinnee dorgommii idil addunyaa sirna balfa gogaa gaasiiwwan miidhaa qaqqabsiisaan… Sifen Megersa Oct 20, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2015 (FBC) – Magaalaan Finfinnee dorgommii idil addunyaa fooramii Kantibaalee C 40 gidduutti sirna balfa gogaa gaasiiwwan miidhaa qaqqabsiisaan dhabamsiisuu…
Teeknooloojii Naayiroobiin Awutoobisii jalqabaa humna Elektiraan hojjetu ifoomsite Sifen Megersa Oct 20, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2015 (FBC) – Magaalaan guddittii Keeniyaa Naayiroobiin Awutoobisii jalqabaa humna Elektiraan hojjetu ifoomsiteerti. Magaalaa magariituu iftuu jedhamuun kan…
Oduu biyya keessaa “Diinagdee dam-daneessa ijaaruun madda saaxilamummaa keenyaa maqsuun itti gaafatama dhaloota… Sifen Megersa Oct 20, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2015 (FBC) – "Diinagdee dam-daneessa ijaaruun madda saaxilamummaa keenyaa maqsuun itti gaafatama dhaloota har'aati." Jedhan Pireezidaantiin Bulchiinsa Mootummaa…
Oduu biyya keessaa Manni Marichaa har’a walga’ii idilee ni gaggeessa Sifen Megersa Oct 20, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 10, 2015 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa har’a walga’ii idilee 2ffaa bara hojii 2ffaa ni gaggeessa. Walga’ii idilee 2ffaa waggaa 2ffaa mana maree bakka…
Oduu biyya keessaa Muummeen Ministiraa Somaaliyaa Hamzaa Abdiin Giddu gala Hormaata Gaalaa aanaa Shabaley daawwatan Sifen Megersa Oct 18, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 8, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa Somaaliyaa Hamzaa Abdiin Naannoo Somaalee Godina Faafan aanaa Shabeelayitti Giddu gala Hormaata Gaalaa ammayyaa daawwataniiru.…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Taayyeen Afrikaatti Daayrektara Waldaa Qaxxamura Diimaa Idil Addunyaa waliin… Sifen Megersa Oct 18, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 7, 2015 (FBC) – Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Ergamaan Addaa Ityoophiyaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Afrikaatti Daayrektara Waldaa Qaxxamura Diimaa…
Oduu biyya keessaa Iluu Abbaa Boortitti lafa hektaara kuma 35 ol Qamadii Jallisiin misoomsuuf facaasaan eegalame Sifen Megersa Oct 18, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 8, 2015 (FBC) – Godina Iluu Abbaa Booritti lafa hektaara kuma 35 ol irratti Qamadii jallisiin misoomsuuf facaasaan akka godinichaatti Aanaa Hurrumuutti eegalameera.…
Oduu biyya keessaa Oomishaalee Ataraa fi Saliixarraa callaa kuntaalli miiliyoonni 11 ol ni eegama – Ministeera… Sifen Megersa Oct 18, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 8, 2015 (FBC) – Bara oomishaa kana Oomishaalee Ataraa fi Saliixarraa callaa kuntaalli miiliyoonni 11 ol kan eegamu ta’uu Ministeera Qonnaa beeksise. Lafti…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti baatiwwan sadan darban haleellaa Saayibaraa kuma 1 fi 600 fashaleessuun danda’amuu… Sifen Megersa Oct 18, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 8, 2015 (FBC) – Ityoophiyaatti baatiwwan sadan darban yaaliwwan haleellaa Saayibaraa kuma 1 fi 600 ol fashaleessuun danda’amuu Bulchiinsi Nageenya Odeeffannoo…