Idil Addunyaa Wiiliyaam Ruutoon Pireezidaantii Keeniyaa ta’uun Kakuu raawwatan Sifen Megersa Sep 13, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2015 (FBC) – Wiiliyaam Ruutoon Pireezidaantii Keeniyaa 5ffaa ta’uun Kakuu raawwataniiru. Sirna kakuu raawwachuu Pireezidaanticharratti Muummee…
Ispoortii Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 2ffaan har’a ni taphatamu Sifen Megersa Sep 13, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2015 (FBC) – Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 2ffaan har’a taphoonni 7 ni gaggeeffamu. Taphoota Shaampiyoonsi Liigii…
Oduu biyya keessaa Ummanni Tigraay sababa ABUTn rakkoo hamaa keessa jira – Hidhattoota Garee ABUT Sifen Megersa Sep 13, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2015 (FBC) – Ummanni Tigraay sababa garee shororkeessaa ABUTtiin rakkoo hamaa keessa jiraachuu hidhattoonni garichaa ibsan. Hidhattoonni garichaa Adda waranaa…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad sirna waadaa galuu Wiiliyaam Ruutoo irratti hirmaachuuf Keeniyaa galan Sifen Megersa Sep 13, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad sirna waadaa galuu Pireezidaantii Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoo irratti hirmaachuuf…
Oduu biyya keessaa Bara baajataa kana ijaarsi sarara daddabarsaa fi Raabsa humna 8 ni eegala Sifen Megersa Sep 13, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2015 (FBC) – Bara baajataa kana ijaarsi Piroojektoota sarara daddabarsaa fi Raabsa humna 8 kan eegalu ta’uu Humni Elektirikaa Ityoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Shimallis Abdiisaan Warshaa Waldaa Aksiyoona ‘Jabduu Motors’ Eebbisiisaan Sifen Megersa Sep 13, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2015(FBC)- Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu magaalaa Bishooftuutti Warshaa Waldaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Musxafeen humna Addaa fi Raayyaa Ittisaa naannawaa Afdheeraatti argamu waliin ayyaana kabajan Sifen Megersa Sep 11, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad Humna Addaa fi Raayyaa Ittisaa naannawaa Afdheeraatti argamu waliin ayyaana bara haaraa…
Ispoortii Gulaallii Shaampiyoonnsi Liigii Afrikaan Qidduus Giyoosgiis Kilaba Sudaan Al Hiilaal injifate Sifen Megersa Sep 11, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2015 (FBC) – Gulaallii Shaampiyoonnsi Liigii Afrikaan Qidduus Giyoosgiis Kilaba Sudaan Al Hiilaal goolii 2 fi1 injifateera. Tapha gulaallii har'a Istaadiyeemii…
Ispoortii Fiigicha walakkaa Maaraatoonii Landaniin Atleetoonni Ityoophiyaa 2ffaa fi 3ffaa ba’an Sifen Megersa Sep 11, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2015 (FBC) – Fiigicha walakkaa Maaraatoonii Landanitti gaggeeffameen Atleet Salamoon Baraggaa 2ffaan yoo xumuru, Atleet Qananiisaa Baqqalaan sadarkaa 3ffaa ba'eera.…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Baacaan erga baga gammaddanii MM Abiy Ahimad irraa ergame Wiiliyaam Ruutoof geessisan Sifen Megersa Sep 11, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2015 (FBC) – Ambaasaaddar Baacaa Dabaleen erga baga gammaddanii MM Abiy Ahimad irraa ergame Pireezidaantii Keeniyaa haaraa filataman Wiiliyaam Ruutoof geessisaniiru.…