ABUT midhaan deeggarsa namoomaaf dhiyaate waraanaaf fayyadamaa jiraachuu mirkanaa’e
Finfinnee, Hagayya 27, 2014 (FBC) – Gareen Shororkeessaa ABUT midhaanii fi meeshaalee deeggarsa namoomaa Ummata Tigraayiif dhiyaatu waraanaaf fayyadamaa jiraachuu mirkanaa’eera.…