Ispoortii Dorgommiin Suuppar Liigii Afrikaa ifoome Sifen Megersa Aug 10, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2014 (FBC) – Pireezidaantiin Konferedeeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa Paatiriis Mootiseeppeen gita isaanii FIFA waliin Suuppar Liigii Afrikaa ifoomsan. Suuppar…
Oduu biyya keessaa Gaambeellaatti haala nageenyarratti mari’atamaa jira Sifen Megersa Aug 10, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2014 (FBC) – Naannoo Gaambeellatti haala nageenya naannichaa waaraan furuun danda’amurratti mariin gaggeeffamaa jira. Haala gurmaa’iinsaa Mana Maree…
Oduu biyya keessaa Namni dhuunfaan Cheekii Birrii miiliyoona 10 waliindhoofte adabamte Sifen Megersa Aug 10, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2014 (FBC) – Namni dhuunfaan Cheekii Birrii miiliyoona 10 waliindhoofte adabbii cimaa waggaa 10 adabamte. Shakkamtuun maallaqa gahaa osoo hin…
Oduu biyya keessaa Mana Kitaabaa Abrihootii fi dhaabbilee barnootaa 3f deeggarsi kitaabilee taasiifame Sifen Megersa Aug 10, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2014 (FBC) – Mana Kitaabaa Abrihootii fi dhaabbilee barnootaa olaanoo 3f deeggarsi kitaabilee kuma 15 taasiifameera. Sirni walharkaa fuudhinsaas…
Biiznasii Dhaabbileen Faayinaansii xixiqqaan damee diinagdee keessatti qooda isaanii akka ba’an haalli mijataa… Sifen Megersa Aug 10, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2014 (FBC) – Dhaabbileen Faayinaansii xixiqqaan damee diinagdee keessatti qooda isaanii akka ba’an xiyyeeffannoon hojiin haala mijeessuu hojjetamaa…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti gamoowwan Qajeelcha Poolisii ammayyaa ijaarsi isaanii xumurame eebbifaman Sifen Megersa Aug 10, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 4, 2014 (FBC) – Kutaalee Magaalaa Finfinnee garaagaraatti Piroojektoonni misoomaa Birrii miiliyoona dhibba 8 fi miiliyoona 31 oliin ijaarraman guyyaa har’aa…
Idil Addunyaa Ameerikaan meeshaalee waraanaa Doolaaraa biiliyoona 1 baasu Yuukreeniif deeggarsa taasiisuuf… Sifen Megersa Aug 8, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 2, 2014 (FBC) – Ameerikaan meeshaalee waraanaa Doolaaraa biiliyoona 1 baasu Yuukreeniif deeggarsa taasiisuuf murteessiteerti. Deeggarsicha meeshaalee waraanaa…
Oduu biyya keessaa Komishiniin hoggansa sodaa balaa ergama isaa sirnaan ba’uu akka qabu koreen dhaabbichaa… Sifen Megersa Aug 8, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 2, 2014 (FBC) – Komishiniin Hoggansa Sodaa balaa ergama isaa sirnaan ba'uu akka qabu Mana Maree Bakka Bu'oota Uummataatti Koreen Dhaabbii Hariiroo Alaa fi dhimmoota…
Oduu biyya keessaa Baatii darbe Ityoophiyaatti nageenya mirkaneessuuf hojii jajjabeessan hojjetame – Humna Waloo… Sifen Megersa Aug 8, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 2, 2014 (FBC) –Baatii darbe Ityoophiyaatti tasgabbii fi nageenya mirkaneessuuf hojii jajjabeessan hojjetamuu Humna Waloo Nageenyaa fi Tikaa beeksiise. Manni Maree…
Biiznasii Naannichi gurgurtaa Simmintoo bifa haaraan kan eegalu ta’uu beeksiise Sifen Megersa Aug 8, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 2, 2014 (FBC) – Al seerummaa daldala Simmintoo hambisuuf gurgurtaa Simmintoo bifa haaraan kan eegalu ta'uu Biiroon Daldalaa Indaastirii naannoo Sidaamaa beeksiise.…