Fiigicha meetira kuma 5 Atleet Gudaaf Tsaggaayeen meedaaliyaa Warqee Ityoophiyaaf argamsiifte
Finfinnee, Adoolessa 17, 2014 (FBC) - Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 18ffaa Ameerikaa Ooriiganitti gaggeeffamaa jiruun fiigicha xumuraa meetira kuma 5 halkan kana dubartoota gidduutti…