Ispoortii Gabre’eel Jeesuus gara Arsenaal imale Sifen Megersa Jul 4, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 27, 2014 (FBC) – Arsenaal taphataa sarara fuulduraa Biraazil Maanchisteer Siitii irraa Paawundii miiliyoona 45n waliigaltee yeroo dheeraan mallatteessise.…
Oduu biyya keessaa Mormiin Ummataa Sudaanitti eegale cimee itti fufeera Sifen Megersa Jul 4, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 27, 2014 (FBC) – Mormiin Ummataa Sudaanitti eegale cimee itti fufuu ibsameera. Tibbana biyyattiitti namoota qondaaltoota waraanaa mormuuf hiriira ba’an 9…
Oduu biyya keessaa Sirna imala gara biyyaa “Iidii hanga Iidii” marsaa 2ffaa kabajuuf diyaaspoorawwan gara… Sifen Megersa Jul 4, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 27, 2014 (FBC) – Sirna imala gara biyyaa "Iidii hanga Iidii" marsaa 2ffaa kabajuuf diyaaspoorawwan gara biyyaa galaa jiraachuu ibsameera. Ministir Deetaan…
Ispoortii Taphni xumuraa Waancaa Afrikaa 2023 dheerachuu kaaf beeksiise Sifen Megersa Jul 3, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2014 (FBC) – Taphni xumuraa Waancaa Afrikaa 2023 Waxabajjii 23, 2023 hanga Adoolessa 23, 2023 Kootdiivaayeeritti gaggeeffamuuf karoorfamee ture dheerachuu…
Oduu biyya keessaa Humnoota daandii nagaa mootummaan dhiyeesse cinaatti dhiisuun waraana barbaadanirratti yeroo… Sifen Megersa Jul 3, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2014 (FBC) – Humnoota daandii nagaa mootummaan diriirse cinaatti dhiisuun waraana barbaadanirratti yeroo gabaabaa keessatti tarkaafii cimaa fudhachuuf qophiin…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Jimmaatti Piroojektootni Birrii biiliyoona walakkaa oliin hojjataman eebbifaman Sifen Megersa Jul 3, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2014 (FBC) – Magaalaa Jimmaatti Piroojektootni Birrii miiliyoona dhibba 5 fi miilyona 51 oliin hojjatamaa turan eebbifamaniiru. Piroojektootni guyyaa har'aa…
Oduu biyya keessaa Barattootni kutaa 8ffaa qabxii gaarii galmeessisuuf qalbiin akka qoraman Biiroon Barnoota Oromiyaa… Sifen Megersa Jul 3, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2014 (FBC) – Qormaata Kutaa 8ffaa Waxabajjii 27 kannamuu eegaluun, barattootni qabxii gaarii galmeessisuuf qalbiin akka qoraman Biiroon Barnoota Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Abdurhamaan Abdallaatiin durfamu Bulchiinsa Magaalaa Asallaatti piroojektota Birrii… Sifen Megersa Jul 3, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2014 (FBC) –Jilli sadarkaa Itti Aanaa Pireezidaantiitti hogganaa kilaastera Baadiyaa Obbo Abdurhamaan Abdallaatiin durfamu Bulchiinsa Magaalaa Asallaatti…
Oduu biyya keessaa Yunivarsiitiiwwan Waachaamoo fi Miizaan Teeppii barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa turan… Sifen Megersa Jul 3, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2014 (FBC) –Yunivarsiitiin Waachaamoo Kaampaasiin Duraamee fi Miizaan Teeppii barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa turan kuma 1 fi 500 ol eebbisiisaniiru.…
Oduu biyya keessaa Jilli Pireezidaanti Shimallisiin durfamu Mana Barumsa Bultii addaa Ifa Boruu Beddellee eebbisiise Sifen Megersa Jul 3, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2014 (FBC) – Jilli Pireezidaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Mana Barumsa Bultii addaa Ifa Boruu Beddelleetti Birrii…