MM Abiy Ahimad magaalaa Walaayittaa Sooddootti Proojektoota adda addaa daawwatan
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Naannoo Kibbaa magaalaa Walaayittaa Sooddootti Proojektoota adda addaa ijaarsarratti argaman daawwataniiru.…