Uummata Oromoo fi Sidaamaa Walitti buusuuf yaaluun hin milkaa’u- Obbo Alamaayyoo Ximootiwoos
Finfinnee, Caamsaa 23, 2014 (FBC) – Tattaaffiin Uummata Oromoo fi Sidaamaa Walitti buusuuf taasiifamu hin milkaa’u jedhan Itti gaaftaaman Biiroo Bulchiinsaaf Nageenyaa Naannoo…