Preezdaantiin Somaalee Laandi Museebiihiin Abdiin Paarkii Indaastirii Hawaasaa daawwatan
Finfinnee, Amajjii 11, 2014 (FBC) - Jilli Preezdaantii Somaalee Laandi Museebiihiin Abdiin durfamu Paarkii Indaastirii Hawaasaa daawwateera.
Daawwannaa kanarratti Preezdaantii naannoo…