Ayyaanni Iid Alfaxiir sodaa nageenyaa malee akka kabajamuuf qophiin barbaachisu xumurame –…
Finfinnee, Eebila 22, 2014 (FBC) – Ayyaanni Iid Alfaxiir sodaa nageenyaa tokko malee karaa nagaan akka kabajamuuf qophii barbaachisu xumuruu Humni Waloo Nageenyaa Federaalaa beeksiseera.…