Idil Addunyaa Dooniin Waraanaa Raashiyaa Galaana Gurraacha keessatti dhidhimte Sifen Megersa Apr 15, 2022 0 Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC) – Dooniin Waraanaa Raashiyaa Galaana Gurraacha keessatti dhidhimuu gabaafameera. Dooniin Waraanaa Mooskoov jedhamuun beekkamtu Misaa’eela…
Oduu biyya keessaa Magaaloota naannoleetti maallaqni dhimmoota adda addaaf nagahee malee walitti qabamu hawaasa… Sifen Megersa Apr 15, 2022 0 Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC) – Magaaloota naannoleetti maallaqni dhimmoota adda addaaf nagahee malee walitti qabamu hawaasa daraan komachiisaa jiraachuu ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Qonnaa Xaa’oo Uumamaa bal’iinaan fayyadamuuf xiyyeeffannoon kan hojjetu ta’uu ibse Sifen Megersa Apr 15, 2022 0 Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC) – Naannolee Ityoophiyaa garaagaraatti hojiirra ooluu kan eegale Xaa’oo Uumamaatti bal’inaan fayyadamuuf xiyyeeffannoon kan hojjetu ta’uu…
Uncategorized Har’a galgalaa eegalee Lammiilee waamicha Iid hanga Iid fudhachuun gara biyyaa dhufan simachuun ni… Sifen Megersa Apr 15, 2022 0 Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC) – Galgala Har’aa eegalee Lammiilee waamicha Iid hanga Iid fudhachuun gara biyyaa dhufan Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Booleetti simachuun ni…
Oduu biyya keessaa Lubbuu nama balleessuu fi lammiilee buqqisuun kaayyoo siyaasaa galmaan ga’achuun hin danda’amu… Sifen Megersa Apr 15, 2022 0 Finfinnee, Eebila 7, 2014 (FBC) – Lubbuu nama balleessuu fi lammiilee buqqisuun kaayyoo siyaasaa galmaan ga’achuun hin danda’amu jedhan Yuunvarsiitii Dirree Dawaatti Barsiisaan Seeraa fi…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq jila miseensota Paarlaamaa fi ogeeyyii yaalaa Isiraa’eel waliin… Sifen Megersa Apr 14, 2022 0 Finfinnee, Eebila 6, 2014 (FBC) –Preezdaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdeen jila miseensota Paarlaamaa fi ogeeyyii yaalaa Isiraa'eel waliin mari'ataniiru. Preezdaant Saahilawarq jila…
Oduu biyya keessaa Lammiilee Ityoophiyaa Saa’uud Arabiyaarraa deebi’aniif sirna Ifxaaraa Masaraa… Sifen Megersa Apr 14, 2022 0 Finfinnee, Eebila 6, 2014 (FBC) –Lammiilee Ityoophiyaa Saa'uud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi'aniif sagantaan Ifxaaraa Masaraa Mootummaatti gaggeeffameera. Sirna Ifxaaraa kanarratti…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan jila miseensota Paarlaamaa fi ogeeyyii yaalaa Isiraa’eel waliin mari’atan Sifen Megersa Apr 14, 2022 0 Finfinnee, Eebila 6, 2014 (FBC) –Itti aanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin jila miseensota Paarlaamaa fi ogeeyyii yaalaa Isiraa'eel waliin…
Biiznasii Shakkamtoonni maallaqa ni baay’ifna jechuun Birrii miiliyoona 1.5 waliin dhahuuf yaalaan to’ataman Sifen Megersa Apr 14, 2022 0 Finfinnee, Eebila 6, 2014 (FBC) – Shakkamtoonni maallaqa ni baay’ifna jechuun Birrii miiliyoona 1.5 waliin dhahuuf yaalaan to’atamuu Poolisiin magaalaa Finfinnee beeksiise.…
Oduu biyya keessaa Bara oomishaa 2014/15 lafa hektaara miiliyoona 2 fi kuma 600 ol Kilaasteraan midhaan gabaa giddu… Sifen Megersa Apr 14, 2022 0 Finfinnee, Eebila 6, 2014 (FBC) – Bara oomishaa 2014/15 lafa hektaara miiliyoona 2 fi kuma dhibba 6 ol Kilaasteraan midhaan gabaa giddu galeeffate oomishuuf karoorfamuu Inistiityuutiin…