Paartiin Badhaadhinaa hoggansa isaa yeroo yeroon gamaggamaa itti gaafatamummaa uummanni itti laate…
Finfinnee, Bitootessa 5, 2014 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa hoggansa isaa yeroo yeroon gamaggamaa kan gaafatamuu qabuu adda baasaa fi tarkaanfii fudhachaa itti gaafatamummaa uummanni itti…