Shawaa Kaabaatti lafa hektaara kuma 14 ol qamadii jallasiin misoomsuuf facaasaan eegalame
Finfinnee, Muddee 15, 2014 (FBC) – Godina Shawaa Kaabaatti lafa hektaara kuma 14 ol qamadii jallisiin misoomsuuf facaasaan eegalamuu ibsameera.
Bara kana akka godinichatti hektaara…