Hidhaan Haaromsaa har’a anniisaa Elektirikaa Meegaa Waatii 375 maddisiisuu eegale
Finfinnee, Gurraandhala 13, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad har'a ifatti Hidhaa Haaromsaa Guddicha Ityoophiyaa anniisaa Elektirikaa Meegaa Waatii 375 maddisiisu hojii…