Godinni Arsii lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 18.6tti tilmaamamu taasiise
Finfinnee, Gurraandhala 5, 2014 (FBC) – Godinni Arsii lammiilee Godina Baalee Bahaatti hongeen miidhamaniif deeggarsa midhaan nyaataa Birrii miiliyoona 18.6tti tilmaamamu…