Qorannoo biyyaalessaa dhimmoota bulchiinsa daangaa fi eenyummaa irratti mariin gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 19, 2014 (FBC) - Qorannoo biyyaalessaa dhimmoota bulchiinsa daangaa fi eenyummaa irratti gaaffilee ka'aniif furmaata laachuuf gargaarurratti mariin gaggeeffameera.…