Oduu biyya keessaa Feestivaalli Aadaa Finfinnee 13ffaan xumurame Sifen Megersa Jan 26, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 18, 2014 (FBC) – Feestivaalli Aadaa Finfinnee 13ffaan xumuramuu Biiroon Aadaa, Tuurizimii fi Aartii magaalichaa beeksiise. Feestivaalli Aadaa Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Boordiin hojii raawwachiisaa Dhaabbata Fayyaa Addunyaa bakka bu’aan Ityoophiyaa yaada akka hin… Sifen Megersa Jan 25, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2014 (FBC) - Boordiin hojii raawwachiisaa Dhaabbata Fayyaa Addunyaa bakka bu'aan Ityoophiyaa yaada akka hin laanne taasiisuun fudhatama kan hin qabne ta'uu Ministeerri…
Ispoortii Tapha Waancaa Afrikaa moo’atanii darbuun Seeneegaal marsaa itti aanutti darbuu mirkaneeffatte Sifen Megersa Jan 25, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 17, 2014 (FBC) - Taphni Waancaa Afrikaa 33ffaan moo'atanii darbuu galgala kana Seeneegaalii fi Keepvardee gidduutti gaggeeffame olaantummaa Seeneegaaliin xumurameera.…
Ispoortii Tapha Waancaa Afrikaa moo’atanii darbuun Gaambiiyaan marsaa itti aanutti darbuu mirkaneeffatte Sifen Megersa Jan 24, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2014 (FBC) - Taphni Waancaa Afrikaa 33ffaan moo'atanii darbuu galgala kana Giinii fi Gaambiyaa gidduutti gaggeeffame olaantummaa Gaambiyaan xumurameera. Goolii…
Oduu biyya keessaa Bineensonni Bosonaa Paarkii Booranaa keessatti argaman sababa hongeen rakkoo bishaanii hamaaf… Sifen Megersa Jan 24, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2014 (FBC) - Bineensonni Bosonaa Paarkii Booranaa keessatti argaman sababa hongeen godinicha muudateen rakkoo bishaan dhugaatii fi nyaataa hamaaf saaxilamuu bulchiinsi…
Oduu biyya keessaa Maree Biyyaalessaa milkeessuuf ga’een dargaggootaa olaanaadha – Koree Hojii… Sifen Megersa Jan 24, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2014 (FBC) - Koreen Hojii Raawwachiiftuu Liigii Paartii Badhaadhinaa gabaasa raawwii hojii baatiwwan jahaan darbanirratti magaalaa Adaamaatti mari'ataa jira.…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Gamtaa Afrikaa kan maqaa gaarii Ityoophiyaa itti ijaarru ta’uu qaba –… Sifen Megersa Jan 24, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2014 (FBC) - Yaa'iin Gamtaa Afrikaa kan maqaa gaarii Ityoophiyaa itti ijaarru ta'uu qaba jedhan Ministirri Ministeera Tuurizimii Ambaasaaddar Naasiisee Caaliin.…
Oduu biyya keessaa Waqtii Arfaasaa naannoleen Gammoojjii biyyattii Rooba idilee fi idileetti dhiyaatu ni argatu Sifen Megersa Jan 24, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2014 (FBC) - Waqtii Arfaasaa naannoleen Gammoojjii Kibbaa fi Baha biyyattii Rooba idilee fi idileetti dhiyaatu kan argatan ta'uu ibsame. Inistiityuutiin Raaga Haala…
Oduu biyya keessaa Dooktar Yiliqaal aanaa Qawatiitti Qamadii kilaasteraan misoomaa jiru daawwatan Sifen Megersa Jan 24, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2014 (FBC) - Preezdaantiin naannoo Amaaraa Dooktar Yiliqaal Kaffalaan Godina Shawaa Kaabaa aanaa Qawatiitti Qamadii kilaasteraan misoomaa jiru daawwataniiru.…
Biiznasii Hojjettoonni hamma galii taaksii hir’isuun Birrii miiliyoona 3.7 matta’aa fudhachuuf turan to’ataman Sifen Megersa Jan 24, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 16, 2014 (FBC) – Hojjettoonni Ministeera Galiiwwanii Maallaqa galii taaksii olaanaa ta'e hir’isuun Birrii miiliyoona 3.7 matta’aa fudhachuuf turan harkaaf harkatti…