Hongee naannoo Oromiyaa fi Somaalee muudaate dandamachuuf boollawwan bishaanii gadi fagoon qotamaa…
Finfinnee, Amajjii 5, 2014 (FBC) - Hongee naannoo Oromiyaa fi Somaalee muudaate dandamachuuf hojiin boollawwan bishaanii gadi fagoo qotuu gaggaaffamaa jiraachuu Ministeerri Bishaanii fi…