Oduu biyya keessaa Kutaan Magaalaa Araadaa manneen gandaa 110 harka qalleeyyiif kenneera Sifen Megersa Jan 5, 2022 0 Finfinnee, Muddee 27, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Araadaattii manneen jireenyaa fi hojii 110 qaamolee hawaasaa garagaraaf kenname. Manneen harka…
Oduu biyya keessaa Sagantaan ‘Birrii 200 haadha koof, Meeshaa tokko buqqa’aa tokkoof’ jedhu ifoome Sifen Megersa Jan 5, 2022 0 Finfinnee, Muddee 27, 2014 (FBC) - Liigiin Dubartoota Paartii Badhaadhinaa Sagantaa ‘Birrii 200 haadha koof, Meeshaa tokko buqqa'aa tokkoof’ jedhu ifoomse. Sagantaan kun…
Idil Addunyaa Ministirri Alaa Chaayinaa daawwannaa hojiif Eertitiyaa galan Sifen Megersa Jan 4, 2022 0 Finfinnee, Muddee 26, 2014 (FBC) - Ministirri Dhimma Alaa Chaayinaa Waang Zhiin galgala kana daawwannaa hojiif Eertitiyaa galaniiru. Ministitichi waayita Asmaraa ga'an Ministira Dhimma…
Oduu biyya keessaa Diyaaspoorawwan adda waaraanaa Kaasaagiitaa bakka Muummeen Ministiraa waraanaa itti hogganaan… Sifen Megersa Jan 4, 2022 0 Finfinnee, Muddee 26, 2014 (FBC) - Diyaaspoorawwan adda waaraanaa Kaasaagiitaa bakka Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad waraanaa itti hogganaan daawwataniiru. Gareen shororkeessaa ABUT…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni olaanoon mana marichaa dhimmoota waqtaawaa fi biyyaaleessaarratti mari’achaa jiru Sifen Megersa Jan 4, 2022 0 Finfinnee, Muddee 26, 2014 (FBC) - Hoggantoonni olaanoon Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa dhimmoota waqtaawaa fi biyyaaleessaarratti mari’achaa jiru. Mata duree…
Oduu biyya keessaa Labsii yeroo ariifachiisaa daheeffachuun Poolisoota yakka malaammaltummaa raawwatanirratti himanni… Sifen Megersa Jan 4, 2022 0 Finfinnee, Muddee 26, 2014 (FBC) - Labsii yeroo ariifachiisaa daheeffachuun Poolisoota faayidaa hin malle argachuuf yakka malaammaltummaa raawwachuun shakkamanirratti himanni…
Oduu biyya keessaa Godina Walloo Kibbaa Magaalaa Dassee fi Hayiqitti barnoonni eegalame Sifen Megersa Jan 4, 2022 0 Finfinnee, Muddee 26, 2014 (FBC) – Godina Walloo Kibbaa Magaalaa Dassee fi Hayiqitti barnoonni sababa weerara garee shororkeessaa ABUTtiin adda cite ture eegalameera.…
Idil Addunyaa Biyyoonni Shanan meeshaalee waraanaa Niikleeriin waldorgomuu dhaabuuf walii galan Sifen Megersa Jan 4, 2022 0 Finfinnee, Muddee 26, 2014 (FBC) – Biyyoonni Shanan meeshaalee waraanaa Niikleerii hidhatan meeshichaan waldorgomuurraa of qusachuuf waliigaluu ibsa waloo baasaniin eeraniiru.…
Oduu biyya keessaa Qaamoleen garaagaraa Birrii miiliyoona 14.4 olitti tilmaamamu Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisaan Sifen Megersa Jan 4, 2022 0 Finfinnee, Muddee 26, 2014 (FBC) – Qaamoleen garaagaraa Birrii miiliyoona 14.4 olitti tilmaamamu Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisaniiru. Dhaabbanni Maxxansaa Birihaanii…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti hambaan qaama beelladootaa fi meeshaalee tajaajilaa waggaa miiliyoona 3 dura ture… Sifen Megersa Jan 4, 2022 0 Finfinnee, Muddee 26, 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti hambaan qaama beelladootaa fi meeshaalee tajaajilaa waggaa miiliyoona 3 dura ture naannoo Kibbaa Godina Koonsoo Sulula Yaandaa Tuumeetti…