Yuunvarsiitiin Haramayaa barattoota ogummaa Fayyaan barsiisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Muddee 23, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitii Haramayaatti Koollejjiin Saayinsii Fayyaa barattoota ogummaa Fayyaa garaagaraan barsiisaa ture 411 eebbisiise.
Eebbifamtoota keessaa 72…