Oduu biyya keessaa Balaa Bidiruu mudateen Lubbuun Itiyoophiyaanoota 20 darbe Tsehay Guluma Jan 22, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2017 (FMC)-Sanbata Duraa galgala Bidiruun Godaantoota Itiyoophiyaa 35 feetee Jibuutirraa gara Yemanitti imalaa turte dhidhimuun Lubbuun lammiilee Itiyoophiyaa 20…
Oduu biyya keessaa Waggoottan lamaan dhufan keessa Yuunivarsiitiiwwan mootummaa 10 gara ofiin of bulchuutti ceesisuuf… Tsehay Guluma Jan 22, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2017 (FMC) - Waggoottan lamaan dhufan keessa Yuunivarsiitiiwwan mootummaa 10 gara ofiin of bulchuutti ceesisuuf hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Barnootaa…
Oduu biyya keessaa Qormaata jijjiirama qabeenya qilleensaa qolachuuf hojii misooma Sululaa milkeessuun furmaata… Tsehay Guluma Jan 22, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2017 (FMC) - Qormaata jijjiirama qabeenya qilleensaa qolachuuf hojii misooma Sululaa milkeessuun furmaata waaraa ta'uu Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Yakki reebichaa Abbaa Seeraa Jiinenuus Nagaasaarratti raawwatame qoratamaa jira – MMWO Tsehay Guluma Jan 22, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2017 (FMC) - Manni Murtii Waliigalaa Oromiyaa, Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Yaayyaa Gullalleetti yakka reebichaa Abbaa Seeraa Jiinenuus Nagaasaarratti raawwatame…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Invasteroota Jaappaaniif mijattuu ta’uu ibsame Tsehay Guluma Jan 22, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2017 (FMC) - Itiyoophiyaan Invasteroota Jaappaaniif mijattuu ta'uu hirdofee Dhaabbileen adda addaa misooma Invastimantii Itiyoophiyaarratti hirmaachaa…
Oduu biyya keessaa Tokkummaa biyyaalessaa ijaaruun sirna siyaasaa tasgabbaa’aa ijaaruuf dandeessisa –… Tsehay Guluma Jan 22, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2017 (FMC) - Tokkummaa biyyaalessaa ijaaruun sirna siyaasaa tasgabbaa'aa fi Guddina diinagdee cimaa ijaaruuf murteessaa ta'uu Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar…
Oduu biyya keessaa Miseensoota WBO daandii nagaa filatanii galaniif sirni galateeffannaa fi beekamtii kennuu… Tsehay Guluma Jan 22, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2017 (FMC) – Miseensoota Waraana Bilisummaa Oromoo daandii nagaa filatanii galaniif sirni galateeffannaa fi beekamtii kennuu gaggeeffameera. Garaagarummaa siyaasaa…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Shaambuutti dhimmoota nageenyaafi misoomaarratti Dargaggoota waliin mariin gaggeeffamaa… Tsehay Guluma Jan 22, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2017 (FMC) – Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Magaalaa Shaambuutti dhimmoota nageenyaa, misoomaa fi fayyadamummaa dargaggootaarratti mariin gaggeeffamaa jiraachuun…
Idil Addunyaa Mirgoota Namoomaaf dursa kennuun shororkeessummaarratti duuluun barbaachisaa ta’uun ibsame Tsehay Guluma Jan 22, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2017 (FMC) – Mirga namoomaa fi olaantummaa seeraaf dursa kennuun haaloota shororkeessummaa cimsan furuuf hojjechuun kan barbaachisu ta’uu Itti Aantuun Barreessaa…
Biiznasii Hidha Haaromsaa Guddicharraa oomishni Qurxummii Tooniin kuma 1 fi 900 ol argame. Tsehay Guluma Jan 22, 2025 0 Finfinnee, Amajjii 14, 2017 (FMC) – Hara namtolchee Hidha Haaromsaa Guddicha Itiyoophiyaarrraa Oomishni Qurxummii tooniin Kuma 1 fi 950’n argamuu Biiroon Qonnaa Naannoo Beenishaangul Gumuz…