Dabira Birhanitti balaa ibiddaa Garaajiirratti mudateen konkolaattoonni 13 gubatan
Finfinnee, Guraandhala 5, 2017 (FMC)- Balaa ibiddaa Magaalaa Dabira Birhan Gaaraajji tokkotti mudateen konkolaattoonni 13 gubachuun ibsame.
Balichi halkan eda sa’aatii 10:30 tti mudachuu…