Oduu biyya keessaa Naannoo Gaambeellaatti Misoomni Koriidarii eegale Tsehay Guluma Feb 11, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 4, 2017 (FMC) –Pireezidaantiin Naannoo Gaambeellaa Aadde Alamituu Umoodun bulchiinsa magaalaa Gaambeellaatti hojii Misooma Koriidarii eegalchiisaniiru. Haaluma…
Oduu biyya keessaa Godinaalee fi Magaaloota Oromiyaa hundatti Waltajjiin gaggeeffamaa jira Tsehay Guluma Feb 11, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 4, 2017 (FMC) –Godinaalee fi Magaalota Naannoo Oromiyaa hundatti waltajjiin kallattiiwwanii fi murtoo yaa’ii 2ffaa Paartii Badhaadhinaan kaa'aman hojiirra oolchuu…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Adam Faaraah durfamu Dubaayi gale Tsehay Guluma Feb 11, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 4, 2017 (FMC) –Jilli Sadarkaa Ministira Muummee Itti Aanaatti Itti Gaafatamaan Giddugala Qindeessa Ijaarsa Sirna Diimookiraasii fi Pireezidaantii Itti Aanaan Paartii…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Naannichaa yaa’ii idilee 7ffaa gaggeessuu eegale Tsehay Guluma Feb 11, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 4, 2017 (FMC) – Manni Maree Naannoo Ummattoota Kibba Lixa Itiyoophiyaa yaa’ii idilee 7ffaa bara Hojii 4ffaa marsaa 6ffaa gaggeessuu eegaleera. Yaa’ichaan raawwii…
Ispoortii Taphoonni moo’anii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’aa eegaluun taphatamu Tsehay Guluma Feb 11, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 4, 2017 (FMC) – Taphoota moo'anii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har'a eegaluun morkiin Maanchiister Siitiin - Riyaal Maadriid waliin taasiisu ni…
Oduu biyya keessaa Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa magaalota 7 keessatti Misoomni Koriidarii hojjetamaa jira Tsehay Guluma Feb 11, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 4, 2017 (FMC) – Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa magaalota 7 keessatti Misoomni Koriidarii boqonnaa lamaan hojjetamaa jiraachuu Waajjirri Ministira Muummee…
Oduu biyya keessaa Ministirri Dhimma Alaa Aljeeriyaa Finfinnee galan Tsehay Guluma Feb 10, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 3, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Aljeeriyaa Ahimad Attaaf Walga’ii Mana Maree Hoji Raawwachiiftoota Gamtaa Afrikaa 46ffaarratti hirmaachuuf…
Oduu biyya keessaa Obbo Awwaluu Abdiin Zoonii Diinagdee Addaa Daawwatan Tsehay Guluma Feb 10, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 3, 2017 (FMC) –Pireezidaantii Itti Aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin Zoonii Diinagdee Addaa daawwataniiru. Daawwannaa isaaniin, ijaarsi…
Oduu biyya keessaa Riifoormiin diinagdee Gooroo rakkoolee ijoo diinagdee furuu ibsame Tsehay Guluma Feb 10, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 3, 2017 (FMC) – Riifoormiin Diinagdee Gooroo Mootummaan hojiirra oolche rakkoolee ijoo diinagdee biyyattii furuu Ministeerri Maallaqaa beeksise. Gamaaggamni raawwii…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech Adeemsa Ijaarsa Giddugala Walga’ii Idil Addunyaa Addis daawwatan Tsehay Guluma Feb 10, 2025 0 Finfinnee, Guraandhala 3, 2017 (FMC) –Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Adeemsa Ijaarsa Giddugala Walga'ii Idil Addunyaa Addis daawwataniiru. Aadde Adaanech gama…