Oduu biyya keessaa Manni Maree Naannichaa yaa’ii idilee gaggeessuu eegale Tsehay Guluma Feb 7, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 30,2018 (FMC)- Manni Maree Naannoo Afaar Yaa’ii idilee 9ffaa waggaa 6ffaa bara hojii 5ffaa magaala Samaraatti gaggeessuu eegaleera. Yaa’icharratti Pireezidaantiin…
Biiznasii Giruuppiin Qarcaanshee Dhaabbata Qorannoo Qonnaa Biraaziil waliin hojjechuuf waliigalan Tsehay Guluma Feb 7, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 30,2018 (FMC)- Giruuppiin Qarcaanshee Dhaabbata Qorannoo Qonnaa Biraaziil Imbireeppaa jedhamu waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteessaniiru. Waliigalticha Hojii…
Oduu biyya keessaa Komishinichi Manneen jireenya Godina Shawaa Lixaatti ijaarsise jirattootaaf dabarse Tsehay Guluma Feb 7, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2018 (FMC)- Komishiniin Invastimantii Itiyoophiyaa Godina Shawaa Lixaatti Manneen jireenyaa tajaajila tola ooltummaa gannaan ijaarsise dabarsee kenneera. Manneen…
Ispoortii Morkiin Maanchiister Yuunaayitiid Tootenhaam waliin Arsenaal immoo Sandarlaandi waliin taasisan ni… Tsehay Guluma Feb 7, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 25ffaan taphni har'a Maanchiister Yuunaayitiid Tootenhaam waliin, Arsenaal immoo Sandarlaandi waliin taphatan ni…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Riizoortii Hara Loogoo eebbiisan Tsehay Guluma Feb 7, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2018 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Guyyaa har’aa Riizoortii Hara Loogoo eebbiisaniiru. Dooktar Abiy Ahimad gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin,…
Ispoortii Nageellee Arsiin Maqalee 70 Indartaa injifate Tsehay Guluma Feb 5, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 19ffaa har’a taphatameen Nageellee Arsiin Maqalee 70 Indartaa injifachuun morkii isaa cimsateera.…
Oduu biyya keessaa Gabateen haaraa KonkolaattootaaTajaajila Poolisii biyya madaalu kennuuf dandeessisa –… Tsehay Guluma Feb 5, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2018 (FMC) – Komishinarri Komishinii Poolisii Federaalaa Jeneraal Dammallaash Gabramikaa’eel gabateen haaraa Konkolaattootaa tajaajila Poolisii biyya madaalu kennuuf…
Oduu biyya keessaa Lubni Darajjee Jambaruu Pireezidaantii Mana Maree Manneen Amantaa Kiristaanaa Amantoota Wangeelaa… Tsehay Guluma Feb 5, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2018 (FMC) – Lubni Darajjee Jambaruu Pireezidaantii Mana Maree Manneen Amantaa Kiristaanaa Amantoota Wangeelaa Itiyoophiyaa ta’uun filatamaniiru. Manni Maree…
Oduu biyya keessaa Mootummoonni Gamtooman hojiilee Misooma Turizimii Itiyoophiyaa dinqiisifate Tsehay Guluma Feb 5, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2018 (FMC)- Hojiileen Itiyoophiyaan Ikkoo Tuurizimii babal’isuuf hojjette kan dinqisifatamuudha jedhe Mootummoota Gamtoomanitti Dhaabbanni Tuurizimii.…
Oduu biyya keessaa Qaamni Itiyoophiyaa miidhuuf Socho’u kamuu ishee hin danda’u- Dooktar Abiy Ahimad Tsehay Guluma Feb 3, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 26, 2018 (FMC) -Dinni Itiyoophiyaa miidhuuf socho’u kamuu ishee hin danda’u yeroon isaas darbeera jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Ministirri Muummee…