Biiznasii Daldala Alaarrra galiin Doolara biiliyoona 10 argame Tsehay Guluma Jul 6, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 29, 2018 (FMC)- Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa bara baajataa 2018 daldala alarraa galiin doolara biiliyoona 10 ol argame jedhe. Ministeerichi…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Federeeshinii Yaa’ii idilee 2ffaa bara hojii 6ffaa waggaa 5ffaa gaggeessuu eegale Tsehay Guluma Jul 6, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 29, 2018 (FMC)- Manni Maree Federeeshinii Yaa’ii idilee 2ffaa bara hojii 6ffaa waggaa 5ffaa gaggeessuu eegaleera. Manni marichaa ajandaalee qabaman raggaasisuun…
Teeknooloojii Tajaajilli Giddugala tokkoo tajaajiloota kuma 3 ol lammiileef kennaa jira Tsehay Guluma Jul 3, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2018 (FMC)- Tajaajilli giddugala tokkoo Sadarkaa Federaalaa fi Naannoleetti hojii eegalan tajaajiloota kuma 3 ol lammiileef kennaa jiru jedhan Komishinarri…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Riizoortii fi Ispaa Kurriftuu Aarbaa Minci daawwatan Tsehay Guluma Jul 3, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Riizoortii fi Ispaa Kurriftuu Aarbaa Minci daawwataniiru. Dooktar Abiy gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin…
Oduu biyya keessaa Kantiibaa Adaanech Abeebeen Ijaarsa Manneen jireenyaa Poolisii Magaalichaa eegalchiisan Tsehay Guluma Jul 3, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 26, 2018 (FMC)-Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen ijaarsa manneen jireenyaa ammayyaa Poolisii magaalichaa eegalchiisaniiru. Aadde…
Oduu biyya keessaa Oomisha Biyya keessaa dandeettii ofiin guddisuun bilisummaa diinagdee fi birmadummaaf bu’ura-… Tsehay Guluma Jul 2, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 25, 2018 (FMC)- Oomisha Biyya keessaa dandeettii ofiin guddisuun bilisummaa diinagdee fi birmadummaaf bu’ura jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…
Oduu biyya keessaa Ajandaa ijaarsa biyyaa irratti garaagarummaa hin qabnu- Paartilee Siyaasaa Tsehay Guluma Jul 2, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 25, 2018 (FMC)- Ajandaa ijaarsa biyyaa irratti garaagarummaa hin qabnu jedhan Miseensoonni Mana Maree Waloo Partiilee Siyaasaa Naannoo Oromiyaa. Paartileen Miseensa…
Oduu biyya keessaa Komishinichi hayyoota wayita Yaa’iin gaggeeffamu xiinxala ogummaa dhiyeessan waliin mari’achaa jira Tsehay Guluma Jul 2, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 25, 2018 (FMC)- Komishiniin Maree Biyyaalessaa Itiyoophiyaa hayyoota wayita Yaa’iin gaggeeffamu xiinxala ogummaa dhiyeessan waliin mari’achaa jira Komishinarri…
Ispoortii Poorchugaal ,Kirooshiyaa – Ispeen Ostiriyaa waliin… Tsehay Guluma Jul 2, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 25, 2018 (FMC)- Tapha Waancaa Addunyaa 23ffaa gaggeeffamaa jiruun taphi mo’anii darbuu har’as itti fufee taphatama. Halkan sa’aatii 4:00 irratti Ispeen Ostiriyaa…
Oduu biyya keessaa Xiyyeeffannoo Tuurizimiif kennameef ka’umsi mul’ata keenya – Dooktar Abiy Ahimad Tsehay Guluma Jun 30, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 23, 2018 (FMC) - Xiyyeeffannoo misooma tuurizimiif kennameef ka’umsi mul’ata keenya jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Ministirri Muummee FDRI…