Indaastiriin Ijaarsaa sochii diinagdee biyyaa tokkoof murteessaadha- Aadde Caaltuu Saanii
Finfinnee, Ebla 9, 2018 (FMC)- Indaastiriin Ijaarsaa sochii diinagdee biyyaa tokkoof murteessaadha jedhan Ministirri Ministeera Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa Aadde Caaltuu Saaniin.…