Ispoortii Piriimeer Liigiin Itiyoophiyaa torbee 27ffaan har’a ni eegala Tsehay Guluma Jun 13, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 6, 2016 (FBC) – Sababa taphoota gulaallii Waancaa Addunyaan adda citee kan ture taphoonni Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 27ffaan har’a eegalee ni…
Oduu biyya keessaa Taarifa Elektirikaa fooyyessuuf qophiin taasiifamaa jiraachuu ibsame Tsehay Guluma Jun 13, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 6, 2016 (FBC) – Taarifa Elektirikaa fooyyessuuf qophiin taasiifamaa jiraachuu Abbaan Taayitaa Boba’aa fi Inarjii beeksiise. Waggoota lamaan darbaniif taarifni…
Oduu biyya keessaa Wixineen baajata bara 2017 Birrii biiliyoona 971.2 ta’uun mana mareef dhiyaate Tsehay Guluma Jun 11, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2016 (FBC) – Wixineen baajata bara 2017 Birrii biiliyoona 971.2 ta’uun Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataaf dhiyaateera. Ministirri Ministeera…
Idil Addunyaa Xiyyaarri Itti Aanaa Pireezidaantii Maalaawii dabalatee namoota 9 fudhattee dhabamte kuftee caccabuu… Tsehay Guluma Jun 11, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2016 (FBC) – Xiyyaarri Itti Aanaa Pireezidaantii Maalaawii Saawuloos Chiiliimaan dabalatee namoota 9 fudhattee dhabamte kuftee caccabuun mirkanaa’eera.…
Idil Addunyaa Manni Maree Nageenyaa DhMG wixinee dhukaasa dhaabuu Gaazaa Ameerikaan qopheessite deeggare Tsehay Guluma Jun 11, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2016 (FBC) – Manni Maree Nageenyaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii wixinee dhukaasa dhaabuu Gaazaa Ameerikaan qopheessite deeggaruun sagalee kenne.…
Oduu biyya keessaa Raawwiin dameewwan Diinagdee gurguddoon galma’e Diinagdeen Itiyoophiyaa % 7.9 guddachuu akka… Tsehay Guluma Jun 11, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2016 (FBC) –Baatiiwwan kurnan darban raawwiin dameewwan Diinagdee gurguddoon galma'e Diinagdeen Itiyoophiyaa % 7.9 guddachuu akka…
Oduu biyya keessaa Leenjiin ga’umsa dandeettii marsaa 2ffaan magaalaa Hawaasaatti eegalame Tsehay Guluma Jun 11, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2016 (FBC) – Leenjiin ga’umsa dandeettii marsaa 2ffaan mata duree ‘seenessa Biyyaalessaa Ol ka’iinsa Itiyoophiyaaf’ jedhuun magaalaa Hawaasaatti…
Oduu biyya keessaa Labsiin kabaja ayyaana ummataa fi haala kabaja ayyaanootaa murteessuuf ba’e ragga’e Tsehay Guluma Jun 11, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2016 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Labsii kabaja ayyaana ummataa fi haala kabaja ayyaanootaa murteessuuf ba’e raggaasise. Ayyaannoonni ummataa…
Fayyaa Piroojektii uwwisa talaallii daa’immaan Itiyoophiyaaf deeggarsi Doolaara miiliyoona 45 taasiifame Tsehay Guluma Jun 11, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2016 (FBC) – Piroojektii uwwisa talaallii daa’immaan Itiyoophiyaaf deeggarsi Doolaara miiliyoona 45 taasiifamuu ibsameera. Sagantaa jalqabsiisa…
Oduu biyya keessaa Godina Silxee aanaa Silxiitti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 4 darbe Tsehay Guluma Jun 11, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2016 (FBC) – Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa Godina Silxee aanaa Silxiitti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 4 darbe. Halkan edaa Siinoo…