Kolombiyaatti balaa Helikooptaraa mudateen lubbuun namoota 9 darbe
Finfinnee, Ebla 22, 2016 (FBC) – Naannawaa Baadiyyaa Kaaba Kolombiyaatti balaa Helikooptaraa mudateen lubbuun namoota 9 darbuu ibsameera.
Helikooptarri Raashiyaan hojjetamte MI 17…