Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech Abeebeen Jila Baankii Misoomaa Afrikaa waliin mari’atan Tsehay Guluma May 16, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 8, 2016 (FBC) – Kantiibaan Magalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Jila Baankii Misooma Afrikaa waliin mari’ataniiru. Aadde Adaanech, haala…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Turki hariiroo daldalaa caalmatti cimsuuf waliigalan Tsehay Guluma May 16, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 8, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Obbo Gabramasqal Caalaan Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Turkii Barak Baaraan waliin…
Fayyaa Uwwisa fayyaa haadholii, Daa’immanii fi Guddattootaarratti bu’aa jajjabeessan argame – Dooktar… Tsehay Guluma May 16, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 8, 2016 (FBC) – Uwwisa fayyaa haadholii, Daa’immanii fi Guddattootaarratti bu’aa jajjabeessan argamuu Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaan…
Oduu biyya keessaa Obbo Tamasgeen Xirunaan Ministira Diinagdee Azaarbaajaan waliin mari’atan Tsehay Guluma May 16, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 8, 2016 (FBC) – Daawwannaa hojiif Azaarbaajaan kan jiran Itti Aanaan Ministira Muummee FDRI Obbo Tamasgeen Xirunaan Ministira Diinagdee biyyaattii Mikaayiil…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti baatiwwan 10’n darban Hidha Haroomsa Guddichaf Birriin biiliyoonni 1.3 walitti qabamuu… Tsehay Guluma May 16, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 8, 2016 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti baatiwwan 10’n darban Piroojektii Hidha Haroomsa Guddicha Itiyoophiyaaf Birriin biiliyoonni 1.3 walitti qabamuun ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Jimmaatti piroojektiin balfa dhangala’aa dhabamsiisuu Birrii miiliyoona 630n… Tsehay Guluma May 16, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 8, 2016 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Jimmaatti Piroojektiin balfa dhangala'aa dhabamsiisu Birrii miiliyoona 630n hojjetamu har'a Ganda Qofeetti ijaarsi isaa…
Oduu biyya keessaa Duula olaantummaa seeraa kabachiisuu Komaandi Poostiin fudhachaa jiruun naannawichatti tasgabbiin… Tsehay Guluma May 16, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 8, 2016 (FBC) – Duula olaantummaa seeraa kabachiisuu Komaandi Poostiin Bahirdaar – Goondar finxaaleyyiirratti fudhachaa jiruun naannawichatti tasgabbiin…
Oduu biyya keessaa Sirna galii walitti qabuu yeroo madaalu hordofuun barbaachisaadha – Dooktar Abiy Ahimad Tsehay Guluma May 16, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 8, 2016 (FBC) – Galii Itiyoophiyaa guddisuuf hojmaata ammayyaa fi Sirna galii walitti qabuu yeroo madaalu hordofuun barbaachisaa ta'uu Pireezidaantiin Paartii…
Biiznasii Baatiwwan 10’n darban galiin Birriin biiliyoonni 425 ol walitti qabamuu ibsame Tsehay Guluma May 16, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 8, 2016 (FBC) –Baatiwwaan kurnan darban galii Birrii Biiliyoona 425.27 walitti qabuu Ministeerri Galiiwwaanii beeksise. Ministirri Ministeera…
Idil Addunyaa Daldalli Raashiyaa fi Chaayinaa % 90 Maallaqa biyyoota lamaaniin raawwatamuu ibsame Tsehay Guluma May 16, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 8, 2016 (FBC) – Daldalli Raashiyaa fi Chaayinaa % 90 Maallaqa biyyoota lamaaniin raawwatamuu Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin ibsan. Pireezidaanti…