Oduu biyya keessaa Mareefi Marabbaan biyya waloo keenyaa Ijaarra! – BMNO Tsehay Guluma May 31, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 23, 2016 (FBC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa naannichatti nageenya waaressuuf, maree biyyaalessaaf haalli mijaawaan akka uumamu gumaacha irraa eegamu hunda taasisaa…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Taayyeen Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Ispeen waliin mari’atan Tsehay Guluma May 31, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 23, 2016 (FBC) –Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Ispeen Ambaasaaddar Antooniyoo Loopeez Maak-leelaan…
Idil Addunyaa Finciltoonni Huutii Duula Galaana Diimarratti gaggeessaniin Dooniwwan 129 irratti haleellaa… Tsehay Guluma May 31, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 23, 2016 (FBC) – Finciltoonni Huutii Yeeman keessa socho’an Baatii Onkololeessaa eegalee duula Galaana Diimarratti gaggeessaniin Dooniwwan 129 irratti…
Ispoortii Joosee Moriinihoon leenjisaa Feenarbaachee ta’e Tsehay Guluma May 31, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 23, 2016 (FBC) – Lammiin Poorchuugaal Joosee Moriinihoon kilaba Turkii Feernabaachee leenjisuuf kontiraata waggaa 2 mallatteesseera. Moriinihoon kanaan dura…
Ispoortii Taphni xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa boru Istaadiyeemii Weembileeyitti taphatama Tsehay Guluma May 31, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 23, 2016 (FBC) –Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni xumuraa boru Istaadiyeemii Weembileeyitti Riyaal Maadridii fi Boorishiyaa Doortimandi gidduutti…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Finfinnee gara Firiitaawonitti kallattiin balallii eegale Tsehay Guluma May 31, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 23, 2016 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Finfinnee gara Seraaliyoon Firiitaawonitti kallattiin balallii eegaleera. Daandiin qilleensichaa…
Oduu biyya keessaa Aanaa Sokorruutti Balaa tiraafikaa mudateen lubbuun nama 1 yoo darbu, namoota 4 irra miidhaan qaamaa… Tsehay Guluma May 31, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 23, 2016 (FBC) – Godina Jimmaa Aanaa Sokorruu ganda Gangalataatti Balaa tiraafikaa mudateen lubbuun nama 1 yoo darbu, namoota 4 irra miidhaan qaamaa cimaan qaqqabe.…
Oduu biyya keessaa Dirre Dhawaatti Sagantaan Tola Ooltummaa Gannaa eegale Tsehay Guluma May 31, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 23, 2016 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Dirre Dhawaatti Sagantaan Tola Ooltummaa Gannaa eegaleera. Kantiibaan Magaalaa Dirre Dhawaa Obbo Kadir Juhaari fi Itti…
Oduu biyya keessaa Qormaata kutaa 6ffaa, 8ffaa fi kutaa 12ffaaf qophiin xumurame – BBO Tsehay Guluma May 31, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 23, 2016 (FBC) – Qormaata sadarkaa naannoo kutaa 6ffaa, 8ffaa fi kan biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara kanaaf qophiin xumuramuu Biiroon Baarnootaa Naannoo Oromiyaa ibseera.…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Ministiroota Murtoowwan garaagaraa dabarse Tsehay Guluma May 31, 2024 0 Finfinnee, Caamsaa 23, 2016 (FBC) – Manni Maree Ministroota walga’ii idilee 33ffaa har’a gaggeesesen dhimmoota garaagaraatti mari’achuun murtoowwan adda addaa dabarseera.…