Oduu biyya keessaa Manni marichaa wixinee labsii waliigaltee Liqii garaagaraa raggaasise Tsehay Guluma Mar 14, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 5, 2016 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Walga’ii idilee 17ffaa har’a gaggeesseen wixinee labsii waliigaltee Liqii garaagaraa qorachuun…
Oduu biyya keessaa Baajanni Paartii Diimokiraatawaa ‘Aandi Itiyoophiyaa’f ramadame faayidaa dhuunfaaf oole –… Tsehay Guluma Mar 13, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2016 (FBC) – Baajanni Paartii Diimokiraatawaa Itiyoophiyaa Tokkoof ramadame faayidaa dhuunfaaf oolu Boordiin Filannoo Biyyyaalessa Itiyoophiyaa beeksise. Baajanni…
Oduu biyya keessaa Gumiin Dhaabbilee Amantaa Oromiyaa Magaalaa Naqamteetti marii nageenyaa taasiisan Tsehay Guluma Mar 13, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2016 (FBC) – Gumiin Dhaabbilee Amantaa Oromiyaa Magaalaa Naqamteetti mata duree "Abbootii Amantaa Deeggeeruun walitti hidhaminsaa Hawasummaa cimsuudha'' jedhuun…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Rippaablikni Cheek damee Turiziim tumsaan hojjechuuf waliigalan Tsehay Guluma Mar 13, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Turizimii Ambaasaaddar Naasisee Caaliin Rippaablika Cheekitti daawwannaa hojii taasiisaniiru. Kaayyoon…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen biyya keessaa 3 heyyama Tajaajila Geejjiba Maltii Moodaal argatan Tsehay Guluma Mar 13, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2016 (FBC) – Dhaabbileen biyya keessaa 3 heyyama Tajaajila Geejjiba Maltii Moodaal kennuuf isaan dandeessisu argachuu ibsameera. Dhaabbileen kunneen waraqaa…
Oduu biyya keessaa Qormaata gara carraatti jijjiiruun yeroo tasgabbaa’aa fi bu’aa qabeessa dabarsineerra… Tsehay Guluma Mar 13, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2016 (FBC) – Yaadama haaraan qormaata gara carraatti jijjiiruun yeroo tasgabbaa'aa fi bu'aa qabeessa dabarsineerra jedhan Pireezidaantiin Naannoo Kibba Itiyoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Jilli obbo Geetuu Gammachuun durfamau warshaa Nooraa Gudar daawwate Tsehay Guluma Mar 13, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2016 (FBC) – Jilli Hogganaa Biiroo Qonna Oromiyaa obbo Geetuu Gammachuun durfamau warshaa Nooraa Gudar daawwatera. Warshaan Nooraa Gudar Godina Shawaa Lixaa Aanaa…
Oduu biyya keessaa Sanada sobaan socho’aa kan ture Qorqoorroo fi Sibiiloonni Birrii miiliyoona 56 olitti tilmaamamu… Tsehay Guluma Mar 13, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2016 (FBC) – Sanada sobaan socho’aa kan ture Qorqoorroo fi Sibiiloonni Birrii miiliyoona 56 olitti tilmaamamu to’atamuu Komishiniin Gumrukaa beeksise. To’annoo fi…
Oduu biyya keessaa Miseensota Humna Addaa duraanii naannoo Amaaraa waamicha nageenyaa fudhachuun leenjii galaniif… Tsehay Guluma Mar 13, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 4, 2016 (FBC) – Miseensota Humna Addaa duraanii naannoo Amaaraa waamicha nageenyaa fudhachuun marsaa 2ffaaf leenjii haaroomsaa galaniif simannaan taasiifameera.…
Oduu biyya keessaa Haleellaa qaamaa fi xinsammuu dubartootarra ga’u ittisuu fi balaalleffachuun ga’ee lammiilee… Tsehay Guluma Mar 8, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 29, 2016 (FBC) – Haleellaa qaamaa fi xinsammuu dubartootarra ga’u ittisuu fi balaalleffachuun ga’ee lammiilee hundaa ta’uu Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq…