Oduu biyya keessaa Inisheetiviin Misooma Muuzii Milkaa’aa jira-BQO Tsehay Guluma Mar 27, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2016 (FBC) –Inisheetiviin misooma Muuziin hojjetama jiraachuu Milkaa’aa jiraachuu Biiroon Qonna Oromiyaa beeksise. Jilli Hoggaanna Ittaanaa Biiroo Qonnaa…
Oduu biyya keessaa Piroojektiin Bishaan Roobaa Kuusuun lammiilee miiliyoona 4.8 fayyadamoo taasiisu gara hojiitti gale Tsehay Guluma Mar 27, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2016 (FBC) – Piroojektiin Bishaan Roobaa Kuusuun lammiilee miiliyoona 4.8 fayyadamoo taasiisu gara hojiitti galuu Ministeerri Bishaanii fi Inarjii…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin duraanii Federeeshinii Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa Injinar Gizaw Taklamaariyaam… Tsehay Guluma Mar 27, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin duraanii Federeeshinii Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa Injinar Gizaw Taklamaariyaam addunyaa kanarraa du’aan boqotaniiru.…
Oduu biyya keessaa Kaayyoon keenya jalqabaa Finfinnee jiraattoota isheef mijattuu taasiisuuf Waadaa galle milkeessudha… Tsehay Guluma Mar 27, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2016 (FBC) – Kaayyoon keenya jalqabaa Finfinnee jiraattoota isheef mijattuu taasiisuuf waadaa galle milkeessudha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar…
Idil Addunyaa Pireezidaanti Putiin waamicha namummaa fi dhiifamaa dhiyeessan Tsehay Guluma Mar 27, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2016 (FBC) – Haleellaa Shororkeessummaa Mooskootti qaqqabe booda Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin waamicha namummaa fi dhiifamaa…
Biiznasii Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa Birrii miiliyoona 622 ol deebisiise Tsehay Guluma Mar 26, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 16, 2016 (FBC)-Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa sababa rakkoo siistamaa mudateeniin Birrii seeraan ala fudhatamee ture miiliyoona 801 ol keessaa Birrii…
Oduu biyya keessaa Oromiyaa bakkoota garagaraatti koonfiraansiin Paartii Badhaadhinaa gaggeeffame Tsehay Guluma Mar 26, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 17, 2016(FBC)- Naannoo Oromiyaa Godinaalee fi Magaalotaa garaagaraatti konfiransiin Paartii Badhaadhinaa mata duree “Waadaa gochaan Badhaadhina…
Oduu biyya keessaa Karoorri misoomaa jireenya hawaasaa jijjiiruuf hojiirra oole bu’aa fidaa jira-Obbo Abdulhakiim… Tsehay Guluma Mar 22, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 13, 2016 (FBC)- Karoorri misoomaa Naannoo Oromiyaatti jireenya hawaasaa jijjiiruuf hojiirra oolaa jiru bu'aa qabatamaa fidaa jiraachuu Sadarkaa Pireezidaantii…
Oduu biyya keessaa Rasaasni Shugguxii karaa seeraan alaa magaalaa Bahirdaar seenuuf ture kumni 25 ol to’atame Tsehay Guluma Mar 22, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 13, 2016 (FBC) – Rasaasni Shugguxii karaa seeraan alaa magaalaa Bahirdaar seenuuf ture kumni 25 ol to’atamuu ibsameera. Rasaasni Shugguxii Daangaa Sudaanii…
Ispoortii Har’a fiigichi xumuraa meetira kuma 5 dhiiraa fi kuma 1fi 500 koorniyaa lamaaniinuu ni gaggeeffamu Tsehay Guluma Mar 22, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 13, 2016 (FBC) – Taphoota Guutuu Afrikaan har’a fiigichi xumuraa meetira kuma 5 dhiiraa fi kuma 1fi 500 Koorniyaa lamaaniinuu ni gaggeeffamu.…