Paartiin Badhaadhinaa bu’aa qabatamaa galmeesseera- Aadde Caaltuu Saanii
Finfinnee, Onkoloolessa 28, 2018 (FMC)- Paartiin Badhaadhinaa yaada irra darbuun bu’aa qabatamaa lafa irratti mul'atu galmeessuu mirkaneessaa jira jedhan Ministirri Ministeera Bu’uuraalee…