Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Hindii… Tsehay Guluma Dec 17, 2025 0 Finfinnee, Mudde 8, 2018 (FMC)-Itiyoophiyaa fi Hindi hariiroo Waggoota kuma lama lakkoofsise qabaachu baruulleen garaagaraa ni ibsu. Jaarraa 19ffaa irraa eegale dhalattoonni Hindi…
Oduu biyya keessaa Jireenya Dargaggootaa fooyyeessuuf Aadaa hojii jijjiiruu… Tsehay Guluma Dec 16, 2025 0 Finfinnee, Mudde 7, 2018 (FMC)- Aadaa hojii jijjiiruun jiruu fi jireenyaa Dargaggootaa fooyyeessurratti xiyyeeffachuun barbaachiisaadha jedhan Hoggantuun Biiroo Dargaggoo fi Ispoortii…
Oduu biyya keessaa Pirojektiin jireenya naannawaa gammoojjii fooyyeessuun Horsiisee Bultoonni miiliyoona 3 fi kuma 700… Tsehay Guluma Dec 16, 2025 0 Finfinnee, Mudde 7, 2018 (FMC)- Pirojektiin jireenya naannawaa gammoojii fooyyeessuun Horsiisee Bultoonni miiliyoona 3 fi kuma 700 ol fayyadamoo taasiseera jedhan Ministirri Ministeera…
Oduu biyya keessaa Manneen Maree Lamaan Walga’ii waloo boru gaggeessu Tsehay Guluma Dec 16, 2025 0 Finfinnee, Mudde 7, 2018 (FMC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa fi Manni Maree Federeeshinii guyyaa boruu walga’ii waloo 6ffaa bara hojii 5ffaa ni gaggeessu. Ministirri Muummee Hindi…
Ispoortii Itiyoophiyaan Dorgommii Atileetiksiin Meedaaliyaa 12 galmeessuun dorgommicha xumurte Tsehay Guluma Dec 16, 2025 0 Finfinnee, Mudde 7, 2018 (FMC)- Angoolaa Luwaandaatti gaggeeffama kan jiru Olompikii Dargaggoota Afrikaa 4ffaarratt Itiyoophiyaan Dorgommii Atileetiksiin meedaaliyaa 12 galmeessuun…
Biiznasii Godinichatti bara kana Buna Toonii kuma 74 gabaa giddugaleessaaf dhiyeessuuf hojjetamaa jira Tsehay Guluma Dec 16, 2025 0 Finfinnee, Mudde 7, 2018 (FMC)- Godina Iluu Abbaa Booritti bara kana Buna Toonii kuma 74 gabaa giddugaleessaaf dhiyeessuuf hojjetamaa jira. Buna qulqullina qabu oomishuun sharafa alaa…
Oduu biyya keessaa Fooramiin Dargaggoota Afrikaa Finfinneetti gaggeeffamuu eegale Tsehay Guluma Dec 16, 2025 0 Finfinnee, Mudde 7, 2018 (FMC)- Fooramiin Dargaggoota Afrikaa 2025 Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera. Fooramicharratti Ministir Deetaan Ministeera Hojii fi Ogummaa Salamoon…
Oduu biyya keessaa Paartiin Simrat Filannoo Biyyaalessaa 7ffaarratti hirmaachuuf qophii taasisaa jira Tsehay Guluma Dec 15, 2025 0 Finfinnee, Mudde 6, 2018 (FMC)-Paartiin Dimookiraatawaa Tigraay (Simrat Paartiin) Filannoo biyyaalessaa 7ffaarratti hirmaachuu qophii taasisaan jira jedhe. Paartichi beekamtii seeraa…
Oduu biyya keessaa Nageenyaa fi tasgabbii eegsisuu keessatti gahee Poolisii… Tsehay Guluma Dec 14, 2025 0 Finfinnee, Mudde 5, 2018 (FMC) – Nageenyaa fi tasgabbii ummataa mirkaneessuu keessatti tajaajilli Poolisii hawaasaa gahee ol'aanaa taphateera jedhe Komishiniin Poolisiin Oromiyaa.…
Ispoortii Dorgommiin Kiiloomeetira 10 Maqaleetti gaggeeffame Tsehay Guluma Dec 14, 2025 0 Finfinnee, Mudde 5, 2018 (FMC)- Dorgommiin jalqabaa daandiirraa Kiiloomeetira 10 Naannoo Tigraay Magaalaa Maqaleetti gaggeeffameera. Dorgommichaan Naannoon Tigraayi Dhiirootan,…