Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Siriil Raamaafoosaa waliin mari’atan Tsehay Guluma Feb 15, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 8, 2018 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Afrikaa Kibbaa Siriil Raamaafoosaa waliin mari'ataniiru. Dooktar Abiy Ahimad gama…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Gaanaa waliin mari’atan Tsehay Guluma Feb 15, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 8, 2018 (FMC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Gaanaa Joon Mohaamaa waliin mari'ataniiru Dooktar Abiy Ahimad gama miidiyaa hawaasummaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Kootidiivaar waliin mari’atan Tsehay Guluma Feb 15, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 8, 2018 (FMC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Kootidiivaar Alaasaan Waataaraan waliin mari'ataniiru. Dooktar Abiy miidiyaa Hawaasummaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Saalvaa kiir Maayaardiit waliin mari’atan Tsehay Guluma Feb 15, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 8, 2018 (FMC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Sudaan Kibbaa Saalvaa Kiir Maayaardiit waliin mari'ataniiru. Dooktar Abiy Ahimad gama…
Oduu biyya keessaa Caffeen Oromiyaa muudama Abbootii seeraa dhiyaate raggaasise Tsehay Guluma Feb 15, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 8, 2018 (FMC) – Caffeen Oromiyaa Yaa'ii Idilee 10ffaa Waggaa 5ffaa Bara Hojii Caffee 6ffaa Adaamaa Galma Caffeetti taa'aa muudama Abbootii seeraa raggaasiseera.…
Oduu biyya keessaa Yaa’ii Idileen 10ffaa Waggaa 5ffaa Bara Hojii Caffee 6ffaan oolmaa isaa guyyaa 2ffaan itti… Tsehay Guluma Feb 15, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 8, 2018 (FMC) –Yaa'ii Idilee 10ffaa Waggaa 5ffaa Bara Hojii Caffee 6ffaan Adaamaa Galma Caffeetti oolmaa isaa guyyaa 2ffaa itti fufeera. Oolmaa guyyaa 1ffaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Xaaliyaanii Joorjiyaa Meeloonii simatan Tsehay Guluma Feb 13, 2026 0 Finfinnee Guraandhala 6, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Xaaliyaanii Joorjiyaa Meeloonii simataniiru. Dooktar Abiy Ahimad gama Miidiyaa…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin Burundii Ivaaristee Niidaayshimiyee Finfinnee galan Tsehay Guluma Feb 12, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 5, 2018 (FMC) – Pireezidaantiin Burundii Ivaaristee Niidaayshimiyee Yaa’ii Hoggantootaa Gamtaa Afrikaa 39ffaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.…
Oduu biyya keessaa Walga’iin idilee 48ffaa Hoji Raawwachiistootaa Gamtaa Afrikaa xumurame Tsehay Guluma Feb 12, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 5, 2018 (FMC) – Walga’iin idilee 48ffaa Hoji Raawwachiistootaa Gamtaa Afrikaa guyyoota lamaaf gaggeeffamaa ture xumurameera. Walga’ichi “Dhiyeessii bishaanii itti…
Oduu biyya keessaa Rakkoo Bulchiinsa gaarii furaa kan jiru Masoob … Tsehay Guluma Feb 12, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 5, 2018 (MC) - Wiirtuun Tajaajila giddugala Tokkoo Masoob qaawwa mootummaa fi ummata gidduu jiru dhiphisuun itti quufinsaa fi amantaa ummanni mootummaa irraa qabu akka…