Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Israa’el waliin mari’atan Tsehay Guluma Feb 25, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 18, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Israa'el Ayizaak Heerzoog waliin mari'ataniiru. Dooktar Abiy Ahimad gama Miidiyaa…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin Israa’el Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwatan Tsehay Guluma Feb 25, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 18, 2018 (FMC)- Pireezidaantiin Israa’el Ayizaak Heerzoog Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwataniiru. Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen gama…
Ispoortii Fiigicha Walakkaa Maaraatoonni Meeksikootti gaggeeffameen Atileetonni Itiyoophiyaa injifatan Tsehay Guluma Feb 23, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 16, 2018 (FMC) – Fiigicha Dorgommii Walakkaa Maaraatoonni Meeksikkoo Guwaadaalaaraatti gaggeeffameen Atileetonni Itiyoophiyaa Koorniyaa lamanuu injifataniiru.…
Oduu biyya keessaa Bu’aan gama Dippilomaasiin galmaa’e hirmaannaa Itiyoophiyaa waltajjii addunyaa irratti… Tsehay Guluma Feb 23, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 16, 2018 (FMC) - Waggoota jijjiiramaa as bu'aaleen gama dippilomaasiin galmaa'an hirmaannaa Itiyoophiyaan waltajjii addunyaa irratti qabdu guddisuun boqonnaa haaraa…
Oduu biyya keessaa Hojiin rakkoo mana jireenyaa waaraan furuu cimee itti fufa- Kantiibaa Adaanech Abeebee Tsehay Guluma Feb 23, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 16, 2018 (FMC) – Hojiin rakkoo mana jireenyaa waaraan furuu cimee itti fufa jedhan Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen. Aadde Adaanech Abeebeen…
Biiznasii Qoodinsa galii waloon Birriin biiliyoonni 71 ol Naannoleef qoodame- Afyaa’ii Aganyawu Tashaagar Tsehay Guluma Feb 23, 2026 0 Finfinnee,Guraandhala 16, 2018 (FMC) –Bara baajataa 2018 baatiiwwan torban darban qoodiinsa galii waloon Birriin biiliyoonni 71. 33 naannoleef qoodameera jedhan Afyaa’iin Mana Maree…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti shakkamtoonni ragaa mirkaneessa qabiyyee lafaa ni kennina jechuun Birrii miiliyoona 6… Tsehay Guluma Feb 23, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 16, 2018 (FMC) – Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti Shakkamtoonni hojjettoota Biiroo Bulchiinsa Misooma Lafaati, Hoggantoota ni beekna, ragaa mirkaneessa qabiyyee lafaa…
Ispoortii Maanchister Yuunaayitiid Eevertan waliin… Tsehay Guluma Feb 23, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 16, 2018 (FMC)- Tapha Pirimeer Liigii Ingiliz torbee 27ffaan Eevertan Dirree isaa irratti Maanchister yuunaayitiid ni keessummeessa. Injifannoo afur walitti aanse…
Oduu biyya keessaa Hojjettoonni boba’aa seeraan ala gurguran lama hidhaa cimaa fi maallaqaan adabaman Tsehay Guluma Feb 20, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 13, 2018 (FMC) - Naannoo Oromiyaa magaalaa Moojootti hojjetoonni raabsaa boba'aa karaa seeraan alaan utuu boba'aa buusanii qabaman lama hidhaa cimaa fi maallaqaan…
Oduu biyya keessaa Kantiibaa Adaanech Abeebeen Hoji raawwachiistuu olaantuu Faawundeeshinii Invastimentii Fandii… Tsehay Guluma Feb 18, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 11, 2018 (FMC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Hoji raawwachiistuu olaantuu Faawundeeshinii Invastimentii Fandii Daa'immanii Keetii Haampitaan…