Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Ikoo Loojii Danbii Eebbisan Tsehay Guluma Jan 18, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 10, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad hojii Maaddii dhalootaan bakka gahuumsaa jalqabaa kan ta’eefi lafa bosonaafi qabeenya uumamaa heektaara 36.7…
Oduu biyya keessaa Har’a ifatti kan eegalame ijaarsa Buufata xiyyaarichaa qofa osoo hintaane, mul’ata magaalaa… Tsehay Guluma Jan 10, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2018 (FMC) – Har’a ifatti kan eegalame ijaarsa Buufata xiyyaarichaa qofa osoo hintaane, mul'ta magaalaa Bishooftuu gara Giddugala Turizimii Afrikaatti ceesisuuf…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Gadaa Sikkoo Mandoo gaggeeffamaa jira Tsehay Guluma Jan 10, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2018 (FMC) _ Yaa'iin Gadaa Arsii Sikkoo Mandoo dhaddacha Heeroo deebisanii dhaabuu Godina Baalee Bahaa Aanaa Laga Hidhaa Dhaddacha Heerootti geggeeffamaa jira.…
Teeknooloojii Oromiyaatti Karoora dijitaal Itiyoophiyaa 2030 dhugoomsuuf… Tsehay Guluma Jan 10, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2018 (FMC)_ Naannoo Oromiyaatti karoora diijitaal Itiyoophiyaa qabame dhugoomsuuf xiyyeeffannoo olaanaan hojjetamaa jira jedhe Biiroon Kominikeeshinii naannichaa.…
Fayyaa Waltajjiin marii sirna hordoffii fayyaarratti xiyyeeffate gaggeeffamaa jira Tsehay Guluma Jan 10, 2026 0 Finfinnee, Amajjii2, 2018 (FMC)- Waltajjiin marii hordoffii sirna fayyaarratti xiyyeeffate magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira Waltajjichi hordoffii sirna fayyaarratti hojiilee…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ijaarsa Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Bishooftuu Eegalchiisan Tsehay Guluma Jan 10, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ijaarsa Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Bishooftuu eegalchiisaniiru. Dooktar Abiy Ahimad gama miidiyaa…
Oduu biyya keessaa Buufanni Xiyyaaraa Idil Addunyaa Bishooftuu asitti lubbuu horata- WMM Tsehay Guluma Jan 10, 2026 0 Finfinnee, Amajjii 2, 2018 (FMC)- Buufanni Xiyyaaraa Idil Addunyaa Bishooftuu asitti lubbuu horata jedhe Waajjirri Ministira Muummee. Bakkichi ammaaf bakka caliisaadha, boru immoo bakka…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ministira Dhimma Alaa Chaayinaa simatan Tsehay Guluma Jan 8, 2026 0 Finfinnee, Mudde 30, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Dhimma Alaa Chaayinaa Waangi Yiin simataniiru. Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad…
Oduu biyya keessaa Shaggar, Bishooftuu, Gadaa fi Adaamaa — Pilaanii Muummee Haaraan Tsehay Guluma Jan 5, 2026 0 Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Pilaanii Muummee Haaraa Magaaloota Shaggar, Bishooftuu, Gadaa fi Adaamaa ilaalchisuun ibsi baasan akka itti aanuutti…
Oduu biyya keessaa Baankiin Awaash Ayyaana Qillee Sababeeffachuun harka qalleeyyiif deegarsa taasise Tsehay Guluma Jan 5, 2026 0 Finfinnee, Mudde 27, 2018 (FMC) – Baankiin Awaash Ayyaana Qillee bara 2018 Sababeeffachuun harka qalleeyyii kuma 5 oliif deeggarsa taasise. Baankichi Birrii miiliyoona 50'n harka…