Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiwwan garaagaraa barattoota eebbisisan Tsehay Guluma Jun 21, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2017 (FMC )- Yuunivarsiitiin Haramaayaa fi Arsii barattoota gosa barnootaa gargaraan barsiisaa ture eebbisisaniiru. Yuunivarsitiin Haramaayaa Marsaa 70ffaaf…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Dambii Dolloo Barattoota Muummee Barnootaa garaagaraan barsiisaa ture eebbisise Tsehay Guluma Jun 21, 2025 0 Finfinnee,Waxabajjii 14, 2017_Yuunivarsiitiin Dambii Dolloo Barattoota Muummee Barnootaa garaagaraan barsiisa ture Kuma 2 ol eebbisiseera. Yuunivarsiitichi Barattoota Digirii…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaa barattoota 998 eebbisise Tsehay Guluma Jun 21, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2017 (FMC )-Yuunvarsiitiin Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaa barattoota muummeewwan garaagaraan barsiisaa ture 998 guyyaa har’aa eebbisiseera. Sirna…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Ameerikaan tumsa damee nageenyaan cimsanii itti fufu -Fiildi Maarshaal Birhaanuu… Tsehay Guluma Jun 20, 2025 0 Finfinne,Waxabajjii 13 2017 (FMC)_ Itiyoophiyaa fi Ameerikaan tumsa damee nageenyaan qaban cimsanii itti fufu jedhan Itaamaajoor Shumiin Waliigalaa Humna Waraanaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu…
Oduu biyya keessaa Ajandaaleen misoomaa idil addunyaa karoora biyyaalessaa waliin walsimuun hojiirra oolaa jiru Tsehay Guluma Jun 18, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 11, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaan ajandaalee Ardii fi Idil Addunyaa karoora biyyaalessaa ishee waliin walsimsuun hojirra oolchuu cimsitee itti fufti jedhe Ministeerri…
Idil Addunyaa Ameerikaan walitti bu’iinsa Israa’elii fi Iraan gidduu seente taanan balaa olaanaan uumamuu danda’a… Tsehay Guluma Jun 18, 2025 0 Finfinnee Waxabajjii 11, 2017 (FMC) –Walitti bu’iinsa Israa’elii fi Iraan gidduutti gaggeeffamu keessatti Ameerikaan hirmaannaa waraanaa taasiifte taanan balaa olaanaan uumamuu danda’a…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti guddina Daa’immaniif xiyyeeffannoon kennamee hojjetamaa jira – Kaantibaa Adaanech… Tsehay Guluma Jun 18, 2025 0 Finfinnee Waxabajjii 11, 2017 (FMC) – Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee guddina hundagaleessa daa’immaniif xiyyeeffannoo olaanaa kennee hojjechaa jira jedhan Kantiibaan magaalichaa aadde…
Oduu biyya keessaa Hojiileen misooma baala shaayee waloon misoomsuu godina Jimmaa fakkeenyummaa gaarii qaba – Obbo… Tsehay Guluma Jun 18, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 11, 2017 (FMC )- hojiileen misooma baala shaayee waloon misoomsuu godina Jimmaa fakkeenyummaa gaarii qaba jedhan Minstirri Muummee Itti aanaa obbo Tamasgeen Xirunaan.…
Oduu biyya keessaa Hojiileen tajaajila lammummaa misooma waloorratti xiyyeeffatu Tsehay Guluma Jun 17, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2017 (FMC) - Hojiileen Tajaajila lammummaa naannoo Oromiyaatti raawwatamaaa jiran misooma waloorratti kan xiyyeefataniidha jedhe Biiroon maallaqaa Oromiyaa.…
Oduu biyya keessaa Manni Marichaa walga’ii idilee har’a gaggeesseen dhimmoota lama irratti murtoo dabarse Tsehay Guluma Jun 17, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 10, 2017 (FMC )- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee har’a gaggeeseeen dhimmoota lama irratti mari’achun murtoo dabarseera. Manni Marichaa qabeenya…