Sirni Daldalaa Biyyoota Karra Galaanaa hin qabne daangeessu Fooyya’uu qaba- Antooniyoo Gutareez
Finfinnee, Adoolessa 29, 2017 (FMC )- Barreessaa Olaanaan Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez Sirni Daldalaa addunyaa hirmaannaa biyyoota karra Galaanaa hin qabne daangessu…